Wongeela Yohaannis 7:1 - WAADAA LAMMATAA1 Achiin maayii Yihuudonni Yesuusiin ajjeesu'uuf soqa'aa waan turaniif, Yihuudaa keessa deddebi'uu waan hin feeneef, Galiilaa keessa deddeema'aa ture. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Kanaan duubatti Yesus Galiilaa keessa ni dedeebi'a ture, Yihudonni isa ajjeesu'uuniif ni barbaadaniin waan turaniif garuu, Yihudaa keessa dedeebi'uuf hin barbaanne, Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Kanaan maayessa Yihuudonni Yesuusiin ajjeesu'uuf soqa'aa turan; kanaaf waan Yihuudaa keessa deddeebi'uu hin feeneef Galiilaa keessa deddeema'aa ture. Gade chapit la |