Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 6:9 - WAADAA LAMMATAA

9 «Mucaan xoroshoo garbuu shanii fi qurxumii lamaan qabateeru tokko asi jira jedhe. Haata'uu ammoo namoota haganaa maraaf hin gayu» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 «Buddeena garbu'uu shanii fi qurxxummii lamaa ka qabatee jiru mucaan tokko asi ni jira, garuu kun ummata kana maraaf maal gaya?»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 «Mucaan xoroshoo garbu'uu shanii fi qurxummii lamaan qabateeru tokko as jira jedhe. Haa ta'uu ammo namoota haganaa maraaf hin gayu» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 6:9
24 Referans Kwoze  

Inni ammoo, «Isinuu waan nyaatan kenna'aaf» isaaniin jedhe. Isaan ammoo, «Deemnee gumii kana maraafuu yoo waan nyaatan binne malee, xoroshoo shanii fi qurxummii lamaa callaa qabna» jedhaniin.


Innillee, «Xoroshoo meeqa qabdan? Mee dhaqa'aa laalaa'a» jedheen. Isaanillee haga laalaniin maayii, «Xoroshoo shanii fi qurxummii lama» jedhaniin.


Isaanillee deebisanii, «Nu xoroshoo shanii fi qurxummii lamaa malee, asii womaa hin qabnu» jedhaniin.


Haga ammaa hin hubannee? Xoroshoon shanii namoota kuma shaniif gayee hambaa gindoo meeqa akka kaaftan hin qaabattanii?


Hennaa ani xoroshoo shanii namoota kuma shaniif caccabse, hambaa hafe gindoo hagamii kaaftan?» isaanillee «Kudha lama» jedhanii deebisaniif.


Kennaa arjummaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii waan beetaniirtaniif, dureessa uduu ta'u, isin hiyyummaa isaatiin akka dureeyyii taatan waan keessaniif hiyyeessa ta'e.


Busaayota arfan jiddu'utti qamadii haga wodhakkaa kiiloo tokkoo, garbuu diinaara sadihii diinaaraan zayiiti'ii fi woyinii hin miidhiin laagaa jedhu dhagaye.


Maariyaamillee hulee Yesuus jiru dhuftee argitee luka isaa jalatti kuftee, «Gooftaa kiyya, uduu ati as jiraattee obboleessi kiyya silaa hin du'u» jetteen.


Maartaan Yesuusiin, «Gooftaa'a, uduu ati asi jiraattee obboleessi kiyya silaa hin du'u.


Filiphoos isaan martinuu diqqo diqqoo akka afaaniin qaban uduu binnee, «Xoroshoon saantibii dhibba lamaatuu hin gayuuf» jedhee deebiseef.


Yesuusillee xoroshoo ol fuudhee galateeffatee, darasootatitti kenne. Darasoonnillee worra taa'aniif kennan. Akkasuma qurxummiillee haga isaan barbaadan hireef.


Haga gara lafaa bayan qurxummi'ii fi xoroshoo barbadaa irra jiru argan.


Yesuusillee, «Qurxummii amma qabdan keessaa as fidaa'a» jedheen.


Yesuusillee dhufee, xoroshoo fuudhee, isaaniif kenne; akkasuma qurxummiillee'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite