Wongeela Yohaannis 6:71 - WAADAA LAMMATAA71 Waan kana Yihuudaa ilma Simoonii biyya ka Asiqorotu'uutiif dubbate. Inni kudha lamaan keessaa ta'ullee, ka Yesuusiin dabarsee kennu'uuf ta'u isa waan ta'eef. Gade chapit laWaadaa Haarawa71 Kana'llee ka jedhe waayee ilma Simoonii waayee Yihudaa nama biyya Keriyootii Kristosiitiif ture, Yihudaan yoma kudha lamaan keessaa tokko ta'e'llee, Yesusiin dabarssee ka kennu isa waan tureef. Gade chapit laKitaaba Woyyuu71 Waan kana Yihuudaa ilma Simoonii ka biyya Keriyootiitiif dubbate. Inni kudha lamaan keessaa ta'ullee, ka Yesuusiin dabarsee kennu'uuf ta'u isa waan ta'eef. Gade chapit la |