Wongeela Yohaannis 6:51 - WAADAA LAMMATAA51 Nyaanni sami'ii bu'e jiraataan Ana. Namni buddeena kana irraa yoo nyaate, bara baraan jiraata. Anillee nyaanni jireenna adunya'aaf kennu foon kiyya» isaaniin jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa51 Sami'ii ka bu'e buddeenni jireenna kennu ana, buddeena kana irraa ka nyaatu marrinuu bara baraaf ni jiraata, biyya lafaatiif' jireenna akka ta'u, buddeenni ani kennu foon kiyya.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu51 Nyaanni sami'ii bu'e jiraataan Ana. Namni buddeena kana irraa yoo nyaate, bara baraan jiraata. Nyaanni jireenna ka ani adunya'aaf kennu foon kiyya» isaaniin jedhe. Gade chapit la |