Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 6:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Yesuus ijaan ol jedhee baniin hedduu gara isaa uduu dhufu argee, Filiphoosiin, «Xoroshoo namoonni kunniin nyaatan eessaa binnaaf?» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Yeroo sanitti Yesus ummanni baayi'een gara isaa yoo dhufu ol jedhee argeeti Filiphosin, «Nama kana maraaf nyaata gayu eessaa bitu'uuf danddeenna ree?» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Yesuus ol jedhee baniin hedduu gara isaa uduu dhufu arge; Filiphoosiin, «Xoroshoo namoonni kunniin nyaatan eessaa binnaaf?» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 6:5
14 Referans Kwoze  

Darasoonni, «Lafa udume'ee kana keessatti xoroshoo banii haganaa kana quubsu eessaa fuuna?» jedhaniin.


Isin haga ammaa haamaan hin geenne ‹Ji'a afurtu hafa; woliin jettanii mii ree?› Ani isinitti himaa, ija keessan ol kaasaa, midhaan amma gayee akka daalachate maasaa achi laalaa'a.


Indiriyaasillee Simooniin gara Yesuusii fide. Yesuus isa laalee, «Ati Simoonii ilma Yohaannisiiti; ammaa achi, ‹Keefaa› jedhamtee waamamta» jedheen; «Keefaa» jechuun afaan Giriikiitiin, «Pheexroos» jechu'u; Pheexroos jechuun, «Dhagaa qarsa'aa» jechu'u.


Achii ka'anii Yabalaan hojja isaanii gara gammoojji'ii deeman.


Ergamtoonnillee deebi'anii waan hojjatan maraa isatti himan. Innillee isaan qabatee qachaa Beetasayidaa jedhamtu bira hojjuma isaa gara lafa udume'ee dhaqe.


Ganamaan Yesuus gara Galiila'aa ol bawuu barbaadee, Filiphoosiin argee, «Na faana koottu!» jedheen.


Filiphoosillee akkuma Indiriyaasiitii fi akkuma Pheexroosii nama qachaa Beetasayida'aati.


Filiphoos Naatinaa'eeliin argee, «Ka Muuseen Kitaaba seeraa keessatti waan isaa barreessee fi ka raattonnillee waan isaa barreessan ilma Yooseefii Yesuusii nama Naazireetii arganneerra» jedheen.


Yesuus Naatinaa'eel gara isaa hennaa dhufu argee, «Ila nama Isiraa'elii ka dhuga'aa; ka sobni keessa hin jirre» jedhee waan isaa dubbate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite