Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 6:44 - WAADAA LAMMATAA

44 Abbaan na erge yoo ufitti waame malee, ka gara kiyya dhufuu danda'u hin jiru. Anillee guyyaa dhumaa san isa kaasa.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

44 Waaqinni Abbaan ana erge ka ufitti harkiseen yoo ta'e malee, gara kiyya dhufu'uuf ka danda'u eennu'llee hin jiru, gara kiyya ka dhufu'llee guyyaa muumme'ee titti du'aa ni kaasan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

44 Abbaan na erge yoo ufitti waame malee ka gara kiyya dhufuu danda'u hin jiru. Anillee guyyaa dhumaa san du'aa isa kaasa.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 6:44
22 Referans Kwoze  

Kanaaf isiniin jedhe, «Yoo Aabbaan irraa kennameef malee, ka gara kiyya dhufuu danda'u hin jiru» jedhe.


Ani lafa irraa yoo ol ka'e nama maraa gara kiyya harkisa»


Yesuus deebisee akkana isaan jedhe, «Ilma Yoona'aa Simoon kana ka sii ibse Abbaa kiyya ka samii jiru malee, namni kana waan sii hin ibsineef ati ka eebbifamte.


Isaan martinuu worra Rabbiin irraa baratan ta'an jedhamee raattotaan barreeffameera. Eeganaa ka Abbaa irraa dhagayeef ka barate maruu gara kiyya dhufa.


Isin ka wolii ulfinna kennitan ulfinna Rabbii tokkicharraa dhufu worri hin barbaanne attamitti amanuu dandeettan?


Cuupha'aanillee isa woliin awwaalamtan, ka cuupha'aan akkasuma worra du'an keessaa, hujii Rabbiitiin du'oota keessaa isa kaaseetitti waan amantaniif isa woliin kaataniirtan.


Kun waan Kiristoosiitiif, isinii waan kennameeruuf. Waan isaatiif akkasuma isatti amanuu callaa uduu hin taane, waan isaatiif akkasuma rakkinnillee isin irra gaya.


Isin maaliif dubbii kiyya hin qalbifanne? Dubbii kiyya dhagayuu waan hin dandeenneef


Isin ijoollee bofaa! isin hammeeyyii taatanii, attamitti dubbii mishaa dubbachuu dandeettan? waan garaa guute afaan dubbata.


Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Ufii wolitti hin gururi'inaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite