Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 6:42 - WAADAA LAMMATAA

42 «Kun Yesuusii ilma Yooseefii ka haadhaa fi abbaa isaa beennu mii? Eeganaa attamitti, ‹Sami'ii bu'e› jedha ree?» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

42 Akkana'llee ni jedhan, «Kun ilma Yooseefii Yesusii mitii ree? Haadhaa fi abba'aa fi isaa ni beekinnaa mitii ree? Eegaa, amma inni attamitti ‹Sami'ii bu'e› nuun jedha, jedhan?»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

42 «Kun Yesuusii ilma Yooseefii ka haadhaa fi abbaa isaa beennuu mii? Eeganaa attamitti, ‹Sami'ii bu'e› jedha ree?» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 6:42
13 Referans Kwoze  

Maruu isaa ragaa baya'aa turan. Kennaa dubbi'ii Ayyaana qabeessa ka afaan isaatii bayu maalalanii, kun ilma Yooseefiitii mitii? jedhan.


Inni ogeessa muka bocu, ilma Maariyaamiitii mii? Ilmaan haadhaallee Yaaqoob, Yooseef, Yihuuda'aa fi Simoon fa'aa mii? intallan haadhaallee as nu bira jiranii mii?» jedhanii tuffatanii isa didan.


Haata'uu ammoo, barri murtayee sun hennaa gaye, Rabbi ilma ufii ka dubartii irraa dhalate, ka Seeraa gad ta'e erge.


Namni dura lafa irraa waan uumameef ka lafaati, namni lammaffaan ammoo samii irraa dhufe.


Eeganaa Ilmi Namaa gara hulee dura tureetitti hennaa ol bawu yoo argitan atta ta'ittu?


Sami'ii wonti bu'eef, fedha kiyya hojjatu'uuf uduu hin taane, fedha ka na ergee raawwatu'uuf.


Abboonnillee ka isaanii waan ta'eef isaan keessaa Kiristoos fooniin dhalate, Inni waa maraa ol ta'ee, bara baraan Waaqa eebbifama'a! Amiin.


Filiphoosillee akkuma Indiriyaasiitii fi akkuma Pheexroosii nama qachaa Beetasayida'aati.


Ka sami'ii bu'e malee eennullee ka gara sami'ii ol baye hin jiru. Innillee Ilma Rabbii ka samii keessa jiraatu.


Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Ufii wolitti hin gururi'inaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite