Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 6:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Yesuusillee gara gaaraa ol bayee darasoota ufii woliin achi taa'e.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Yesus'llee gara gaaraa bayeeti achi, barattoota isaa woliin ni taa'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Yesuus gara gaaraa ol bayee darasoota ufii woliin achi taa'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 6:3
7 Referans Kwoze  

Sababa kanaaf Yesuus, akka isaan hunnaan isa qabanii, mootii isa godhachu'uuf itti dhufa'aaran beekeeti hojja ufii gara gaaraa ol baye.


Yesuus haga dubbii kana dubbateen maayessa guyyaa saddeetii tureet Pheexroosiin, Yohaannisiif, Yaaqoobiin qabatee faateeffachu'uuf gara gaaraa baye.


Yesuus galaana Galiila'aa bira lufee, gaararra bayee achi taa'e.


Yesuus gumii haga geegesseen maayii, faateeffachu'uuf hojjuma ufii gara gaaraa ol baye. Hennaa galgaloofte, inni hojjuma ufii achi ture.


Yesuus hennaa gumii hedduu arge, gaara irra ol bayee taa'e. Darasoonnillee gara isaa dhufan.


Yesuus gara gaaraa bayee worra barbaade gara ufii waame. Isaanillee gara isaa dhaqan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite