Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 6:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Isaanillee galaana gamatti hennaa isa argan «Barsiisaa'a, yoomiin garana dhufte?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Garba ciisa'aan gamatti yeroo isa argatanitti'llee, «Yaa barsiisaa, garana yoom dhufitte?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Isaan hennaa galaana gamatti isa argan «Barsiisaa'a! yoomiin garana dhufte?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 6:25
6 Referans Kwoze  

Hulee gabaya'aatitti nagaya ulfinnaa akka isaan gaafatanii fi gumiin ‹Barsiisaa'a› jedhanii akka isaan waaman jaalatan.


Yesuusii fi darasoonni isaa hennaa gama ceeyan, lafa Genesaarexi jedhamtu gayan.


Isin barsiisaa tokko waan qabdanii fi isin martinuu obboleeyyan waan taataniif, ‹Barsiisaa'a› jedhamtanii hin waamaminaa'a.


Yesuusii fi darasoonni isaa galaana gama yabalaan ceeyanii gara Gennesaarexiititti lafa gayan. Yabala sanillee achitti hidhan.


Uduu kun ta'aa jiru darasoonni isaa, «Barsiisaa'a, mee waa nyaadhu!» jedhanii kadhataniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite