Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 6:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Kanaafuu wolitti qaban. Xoroshoo garbu'uu shanan nyaatan keessaa hambaan hafe gindoo kudha lamaa guutan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Isaan'llee namoonni nyaatanii ka hafe hambbaa buddeena garbu'uu shanii irraa wolitti qabanii, ginddoo kudha lamaa ni guutan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Kanaafuu wolitti qaban. Xoroshoo garbu'uu shanan nyaatan keessaa hambaan hafe masoobii kudha lamaa ta'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 6:13
9 Referans Kwoze  

Waandhi kiyyallee akkuma durummaa ulfinna Kiristoosiitiin waan isin barbaachisu maraa isinii guuta.


Gumiin martinuu nyaatanii quufanii; hambaa irraa hafe, xoroshoo gindoo kudha lama guutuu fuudhan.


«Mucaan xoroshoo garbuu shanii fi qurxumii lamaan qabateeru tokko asi jira jedhe. Haata'uu ammoo namoota haganaa maraaf hin gayu» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite