Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 6:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Innillee haga quufaniin maayii darasootaan, «Wonti tokko uduu hin hafin hambaa hafe marumaa wolitti qabaa'a» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Marrinuu nyaatanii eega quufaniin duubatti barattoota isaatiin, «Wonitti tokko'llee akka hin hin badinneef hanbbaa hafe'llee wolitti qabaa» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Innillee haga quufaniin maayii darasootaan, «Wonti tokko uduu hin hafin hambaa hafe marumaa wolitti qabaa'a» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 6:12
12 Referans Kwoze  

Worra beelayanillee waan misha'aan isaan quubsee, dureeyyiillee harka duwwaa geegesse.


Marti isaaniituu nyaatanii quufanii hambaa isaan irraa hafe xoroshoo gindoo kudha lamaa guutuu isaan jalaa fuudhan.


Guyyaa hago'oon maayessa ilmi maandha'aa sun birrii wolitti qabatee gara biyya fago'oo deeme. Achiin maayessa birrii san hin fixe.


Yesuus deebi'ee darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Namicha dureessa nama hujii ufii hojjachiisuu malu tokkotu ture. Namichi kun qabeenna kee bittinneesa'aara jedhanii dureessa sanitti himan.


Yesuusii fi darasoonni isaallee cidha sanitti waamamaniiran.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite