Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 6:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Yesuusillee xoroshoo ol fuudhee galateeffatee, darasootatitti kenne. Darasoonnillee worra taa'aniif kennan. Akkasuma qurxummiillee haga isaan barbaadan hireef.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Kanaan duubatti Yesus buddeena ol fuudhee galata eega dhiyeesseen duubatti, namoota taa'aniif ni qoode. Akkuma kana qurxxummiiwwan'llee isaanii ni qoode, marrinuu waan haga isaan barbaachisu ni argatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Yesuus xoroshoo ol fuudhee galatoonfatee darasootatti kenne. Darasoonni worra taa'aniif kennan. Akkasuma qurxummiillee haga isaan barbaadan hireef.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 6:11
13 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo Yaballan biraa gara hulee Gooftaan buddeena itti eebbisee nyaatan san gara Xibiriyaadosii dhufan.


Ka Guyyaa kabajju Goofta'aaf jedhee kabajja; ka nyaatullee waan Rabbiin galatoonfatuuf, Goofta'aaf jedhee nyaata; ka hin nyaannellee, Goofta'aaf jedhee hin nyaatu. Rabbiinillee hin galatoonfata.


Achiin maayii xoroshoo torbaa fi qurxummii fuudhee galateeffatee, cabsee darasootatti kenne. Darasoonnillee gumi'ii kennan.


Uduu isaan woliin hurbaata'aaf taa'eeru xoroshoo ol fuudhee eebbisee caccabsee isaaniif kenne.


Eegasuu waan dhuddanii fi waan nyaattan yoo ta'e yookiin waan kamiinillee yoo gootan, waa maraa ulfinna Rabbiitiif godhaa'a.


Kana jedhee buddeenallee fuudhee isaan maraa afo'otti Rabbiin galatoonfatee kutatee nyaatuu jalqabe.


«Mucaan xoroshoo garbuu shanii fi qurxumii lamaan qabateeru tokko asi jira jedhe. Haata'uu ammoo namoota haganaa maraaf hin gayu» jedheen.


Haga gara lafaa bayan qurxummi'ii fi xoroshoo barbadaa irra jiru argan.


Yesuusillee, «Qurxummii amma qabdan keessaa as fidaa'a» jedheen.


Yesuusillee dhufee, xoroshoo fuudhee, isaaniif kenne; akkasuma qurxummiillee'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite