Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 6:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Yesuusillee, «Namoota akka taa'an godhaa'a» jedhe. Hulee san marga gudda'atu jira. Worri dhiiraa ka taa'an laakkofsi isaanii haga kuma shanii gaya.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Yesus'llee, «Namoonni akka taa'an isaan taasisaa» jedhe. Bakka san'llee marga baayi'etu jira ture, namoonni'llee ni taa'an, laakkofssi isaanii'llee kuma shanii ka gayu ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Yesuusillee, «Namoota akka taa'an godhaa'a» jedhe. Hulee san marga gudda'atu jira. Worri dhiiraa ka taa'an laakkobsi isaanii haga kuma shanii gaya.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 6:10
6 Referans Kwoze  

Worri nyaate dubarti'ii fi ijoolleen uduu hin laakkayamin, dhiirti callaan kuma shan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite