Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 6:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Achiin maayessa Yesuus gara galaana Xibiriyaadoos jedhamuu ka Galiilaa gamaa ceeye.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Kanaan duubatti Yesus Xiberiyaados gara garba ciisaa jedhamuutiin gamaa ni ce'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Kanaan maayessa Yesuus galaana Galiila'aa ka Xibiriyaadoos jedhamu ceeyee haga qaccee galaanaa fagoo dhaqe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 6:1
12 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo Yaballan biraa gara hulee Gooftaan buddeena itti eebbisee nyaatan san gara Xibiriyaadosii dhufan.


Baniinillee dubbii Rabbii dhagayu'uuf wol dhiibaa uduu jiran inni qaccee galaana Geensaareexii dhaabatee ture.


Qarqara galaana Galiila'aatiin uduu lufa'aaru obboleeyyan lamaan, Simoonii ka Pheexroos jedhamee fi Indiriyaas obboleessi Simoonii hennaa isaan siiboo gara galaanaa darban arge; Isaan worra qurxummii qaban.


Asiin maayii Yesuus galaana Xibiriyaadoosii biratti darasootatti deebi'ee isaanitti mudhate.


Yesuus galaana Galiila'aa bira lufee, gaararra bayee achi taa'e.


Achiin maayii Yihuudonni Yesuusiin ajjeesu'uuf soqa'aa waan turaniif, Yihuudaa keessa deddebi'uu waan hin feeneef, Galiilaa keessa deddeema'aa ture.


Eeganaa, «Ijji tee attamiin sii banamte ree?» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite