Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 5:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Namichillee yoosuu fayyee itillee ufii baadhatee deeme. Guyyaan sun Sambata diqqa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Namichi'llee bakkumatti ni fayyee, siree isaa'llee baadhatee ni lixe. Kun'llee ka ta'e guyyaa Sanbbataatii ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Namichi yoosuu fayyee itillee ufii baadhatee deeme. Guyyaan sun Sambata ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 5:9
15 Referans Kwoze  

Yesuus biyyee dhoqqeessee guyyaan ija isaa itti bane sun Sambata diqqa'a.


Yesuusillee isaan, «Amantiin kee si fayyiseera deemi!» jedhe. Yoosuu ijaan argee isa faanaa deeme.


Yomasan dhiinni isi'ii jiguu dhiisee, isiinillee dhibee ufii irraa akka fayyite ufirratti beette.


Akkuma inni dubbateen, dhibeen sun isa dhiise, namichillee hin fayye.


Itti dhiyaatee harka isi'ii qabee ol kaaseen, haxaxxeenillee bakkumatti dhiiseen. Ol kaateellee isaan keessummeessite.


Namni Sambataan gadoome yoo seera Muusee hin dinee, Ani Sambataan nafa namaa guutuu fayyise'eef naan loltanii?


Achiin maayii Yesuus mana woyyuu keessatti isa argeenii, «Kunoo fayyiteerta; wonti kana caalu akka sirra hin geenne, ammaa achi cubbuu hin hojjatin» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite