Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 5:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Yesuus, «Ka'i, itillee irra ciiftu baadhadhuu deemi» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Yesus'llee, «Ka'i!, Siree kee baadhuutii deemi!» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Yesuus, «Ka'i! itillee irra ciiftu baadhadhuu deemi» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 5:8
5 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo biyya lafaatitti dhiifama cubbuu godhuuf, Ilmi Namaa baallii akka qabu akka beettan» jedhee, namicha laamshayaa saniin, «Ol ka'i! Itillee kee qabadhuu gara mana keetii deemi!» jedheen.


Haata'uu ammoo, Ilmi namaa biyya lafaa irratti dhiifamsa cubbu'uu kennu'uuf baallii akka qabu beekaa'a!» isaaniin jedhe. Namicha laamshayaa saniin, «Ka'ii Itillee tee baadhadhuu deemi!» jedheen.


«Ani siin jedha, siree kee baadhadhuutii gara mana keetii deemi» jedheen.


Pheexroosillee, «Eniyaa, Yesuus Kiristoos si fayyiisaa ol ka'iitii, ufumaa sirree tee afadhu» jedhe. Innillee Yomasan ka'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite