Wongeela Yohaannis 5:7 - WAADAA LAMMATAA7 Dhibamaan sun, «Gooftaa kiyya, hennaa bisaan socho'u nama achi keessa na buusu hin qabu, yoo ani buu'uuf tattaafadhu ka biraatitu na firisee keessa bu'a» jedhee deebiseef. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Dhukkubsataan'llee, «Yaa Gooftaa! Yeroo bishaan socho'utti ana fidee gara bishaan kuufamee keessa nama ana aseenisisu hin qabu, yoo ani deemu'uuf yaalu naminni bira'aa ana durssee ni bu'a» jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Dhibamaan sun, «Gooftaa kiyya! hennaa bisaan socho'u nama achi keessa na buusu hin qabu; yoo ani bu'uuf tattaafadhu ka biraatitu na firrisee keessa bu'a» jedhee deebiseef. Gade chapit la |