Wongeela Yohaannis 5:6 - WAADAA LAMMATAA6 Yesuus namicha kana uduu inni achi ciisu argee, bara hedduu haala akkasii keessa akka ture beekee, «Fayyuu barbaaddaa?» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa6 Yesus nama kana achuma ciisee argeeniiti yeroo baayi'ee irraa jalaqabee dhukkubsachuu isaa beekee, «Fayyu'uuf ni barbaadda moo?» jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Yesuus namicha kana uduu inni achi ciisu argee, bara hedduu haala akkasii keessa akka ture beekee, «Fayyuu barbaaddaa?» jedheen. Gade chapit la |