Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 5:43 - WAADAA LAMMATAA

43 Ani maqaa abbaa kiyyaatiin dhufeera. Isin garuu na hin simanne ka biraa uduu maqaa ufiitiin dhufee, isa ammoo hin simattan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

43 ani maqaa Abbaa kiyyaatiin dhufee jira, isin garuu ufitti ana hin fudhanne, ka bira'aa maqaa isaatiin yoo dhufe garuu, ufitti ni fudhattaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

43 Ani maqaa abbaa kiyyaatiin dhufeera. Isin garuu na hin simanne ka biraa uduu maqaa ufiitiin dhufee isa ammo hin simattan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 5:43
13 Referans Kwoze  

Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Ani isinitti hime. Isin ammoo hin amantan hujiin ani maqaa abbaa kiyyaatiin hojjadhu kun waan kiyya raga.


Namoonni hedduun, ‹Ani Kiristoos› jedha'aa maqaa kiyyaan dhufan. Namoota hedduu hin dogoggorsan.


Sami'ii wonti bu'eef, fedha kiyya hojjatu'uuf uduu hin taane, fedha ka na ergee raawwatu'uuf.


Abbaa kiyya! Maqaa kee kabajji!» jedhe. Kanaaf, «Kabajjeera, akkasuma hin kabajjaanillee» laagaan jedhu sami'ii dhufe.


Isin keessaa namoonni gari gariin, worra nu Kiristoos ufiin jedhanii fi raattota dharaa ta'an. Uduu isaanii danda'amee, worra Rabbiif filatame dogoggorsu'uuf malkata gugurda'aa fi baasa hujan.


Namni isatti amanu maruu akka hin banne, jireenna bara baraa haa argatu'uuf, Rabbi adunyaa kana akkanumaan jaalatee, tokkicha Ilma ufii kenneef.


Ati kanaan dura worra lubbuu ajjeesan namoota kuma afurii shiftoota taasiftee gara gammoojji'ii ka baafte nama Misiriitii mii?» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite