Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 5:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Kanniin keessatti baniin hedduu worri dhibame, balloonni, worri naafate, worri nafti isaanii laamshaye, socho'uu bisaanii eega'aa achi ciisan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 [Dhukkubsattoonni haalaan baayi'een, jaamonni, hokkolttoonnii fi naafonni, xurree keessa dabrran irra ciisanii jiran turan. Achitti'llee socho'uu bishaanichaa ni eeggatan turan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Kanniin keessatti baniin hedduu worri dhibame, worri ijaan hin argine, worri naafate, worri nafti isaanii laamshaye socho'uu bisaanii eega'aa achi ciisan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 5:3
12 Referans Kwoze  

Yesuusillee deebisee, «Deema'aatii, waan argitanii fi waan dhageettan Yohaannisitti himaa'a! Ballaan hin arga, worri hokkolu hin deema, worri dhukkuba gogaa kukkutuun qabame hin fayya, worri gurraan hin dhageenne hin dhagayan, worri du'ellee hin ka'a, Oduun Nagayaa hiyyeeyyi'iif hin lallabama.


Gumiin hedduu naaftota, balloota, worra duudotaa fi ka biraallee heddu qabatanii gara isaa fidanii luka Yesuusii jala kaayan. Innillee isaan fayyise.


Eegasuu obboleeyyan tiyya, haga Gooftaan dhufuuf obsaa'a. Qotee bulaan haga rooba duraatiif ka maayessaa argatuuf obsa'aa daraaraa lafaa kabajjamaa eeggata.


Waan arga'aa hin jirre yoo abdii godhanne, obsaan eegganna.


Gurri isaallee biyya Sooriya'aa maratti dhagayame. Kanaafuu worra dhibamanii, dhukkuba adda addaatiin rakkatan, worra jinniin qabeeru, worra dhukkuba gaggabdo'oo qabanii fi ka qaamni isaanii laamshaye maraa gara isaa fidan. Yesuusillee isaan fayyise.


Yerusaaleemiin keessa karra hoolotaa bira haroon afaan Ibiraayiisxiitiin «Beetasayidaa» jedhamtu takkatu jira, isiin karaa ittiin seenan shan qabdi.


Hennaa gari garii Maleekkaan Rabbii bu'ee bisaan waan sochoosuuf. Haga bisaan socho'een maayessa, hennaa san namni firrisee bisaan keessa seene dhibee maraa irraa hin fayya.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite