Wongeela Yohaannis 5:18 - WAADAA LAMMATAA18 Eeganaa Sambata waan diigee calla'aafii miti, akkasuma Rabbi abbaa kiyya jedhee Rabbiin waan uf qixxeesseef, Yihuudonni isa ajjeesu'uuf guddisanii soqaniin. Gade chapit laWaadaa Haarawa18 Jechi kun'llee namoonni worra Yihudotaa ka aangoo qaban, Yesusiin akka ajjeessaniif caala'atti isaan ni kakaase, kun'llee ka ta'e inni Sanbbata diiguu isaa qofaaf uduu hin ta'in, «Waaqinni abbaa kiyya» jechu'uun, mataa isaa Waaqaan waan wol qixxeesseef. Gade chapit laKitaaba Woyyuu18 Eeganaa waan Sambata diige calla'aafii miti, akkasuma Rabbi abbaa kiyya jedhee Rabbiin waan uf qixxeesseef, Yihuudonni isa ajjeesu'uuf guddisanii soqaniin. Gade chapit la |