Wongeela Yohaannis 5:16 - WAADAA LAMMATAA16 Guyyaa Sambataatiin waan kana waan godheef Yihuudonni Yesuusiin reebanii ajjeesu'uuf soqa'aa turan. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Waan kana Sanbbataan waan raawwateef namoonni Yihudotaa ka aangoo qaban Yesusiin, ari'uunii jala ni qaban. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Waan guyyaa Sambataatiin waan kana godheef Yihuudonni Yesuusiin reebanii ajjeesu'uuf soqa'aa turan. Gade chapit la |