Wongeela Yohaannis 5:13 - WAADAA LAMMATAA13 Haata'uu ammoo hulee san baniin heddu waan tureef, Yesuus achii siqee waan tureef; namichi isa fayyise eenuun akka ta'e hin beene. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Namichi garuu ummanni waan baayi'atee fi Yesus'llee achii irraa fagaatee waan deemeef, ka isa fayyise eennuun akka ta'e hin beeku ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Haa ta'uu ammo hulee san baniin heddu waan tureef Yesuus achii siiqee waan tureef namichi isa fayyise eenuun akka ta'e hin beenne. Gade chapit la |