Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 5:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Isaanillee namichi itillee tee baadhadhuu deemi siin jedhe eennuu? Jedhanii gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Isaan'llee, «Siree kee baadhuutii deemi ka siin jedhe eennu?» jechu'uun, ni gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Isaanillee, «namichi itillee tee baadhadhuu deemi siin jedhe eennu?» jedhanii gaafataniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 5:12
6 Referans Kwoze  

Gara mana woyyuu seenee uduu barsiisu, bulchoonni gadootaa, manguddoonninii fi gumiin gara isaa dhiyaatanii, «Ati baallii maali'itiin waan kana goota? baallii kana eentu sii kenne?» jedhaniin.


Beekumsa dhuga'aatiin waan hin taaneef malee, isaan Rabbiif hinaaffaa Ayyaanaa akka qaban anuu isaanii raga.


Inni ammoo, «Namicha na fayyise santu, ‹Itillee tee baadhadhu deemi!› naan jedhe» jedhee isaanii deebise.


Haata'uu ammoo hulee san baniin heddu waan tureef, Yesuus achii siqee waan tureef; namichi isa fayyise eenuun akka ta'e hin beene.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite