Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 5:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Inni ammoo, «Namicha na fayyise santu, ‹Itillee tee baadhadhu deemi!› naan jedhe» jedhee isaanii deebise.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Inni garuu, «Naminni ana fayyise siree kee badhuutii deemi!» naan jedhee jira, isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Inni ammo, «Namicha na fayyise santu, ‹Itillee tee baadhadhu deemi!› naan jedhe» jedhee isaanii deebise.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 5:11
5 Referans Kwoze  

Fariisota keessaa gari gariin, «Namni kun Sambata waan hin kabajjineef Rabbiin irraa hin dhufne» jedhan, kuuwwan ammoo «Namni cubbamaan maalalee akkanaa kanniin godhuu attamitti danda'a?» jedhanii wol fooyan.


Kanaafuu Yihuudonni namicha fayye saniin, «Guyyaan Sambata waan ta'eef, itillee irra ciiftu baadhattee akka deemtu seerri sii hin kennu» jedhaniin.


Isaanillee namichi itillee tee baadhadhuu deemi siin jedhe eennuu? Jedhanii gaafataniin.


Isaan, «Inni amma eessa jira?» jedhanii isa gaafatan. «Hin beeku» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite