Wongeela Yohaannis 4:9 - WAADAA LAMMATAA9 Hennaa tana dubartiin Samaariya'aa sun, «Ati Nama Yihuudii taatee, attamitti ana dubartii Samaariya'aatiin bisaan na obaas jetta?» jetteen, waan Yihuudonni worra Samaariya'aa woliin wolii hin galleef. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Dubarttiin Samaariyittin tun'llee Yesusiin, «Ati gara worra Yihudotaatii taatee uduu jirttu, attamitti ana Samaariyitti'iin, ‹bishaan ana obaasi!› jettee ana gaafatta?» jetteen, kana jechuun isi'ii, Yihudonni Samaariyotaan woliin woliigaltee waan hin qabnneef ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Hennaa tana dubartiin Samaariya'aa sun, «Ati nama Yihuudii taatee, attamitti ana dubartii Samaariya'aatiin ‹bisaan na obaas› jetta?» jetteen; waan Yihuudonni worra Samaariya'aa woliin wolii hin galleef. Gade chapit la |