Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Hennaa san darasoonni Isaa waan nyaatan bitu'uuf gara qacha'aa deemanii turan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Yeroo sanitti'llee barattoonni isaa waan nyaataa bitu'uuf, gara magaala'aa deemanii jiran ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Hennaa san darasoonni isaa waan nyaatan bitu'uuf gara qacha'aa deemanii turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:8
7 Referans Kwoze  

Dubartittiin, «Ka waan ani godhe maraa natti hime» jettee waan ragaa isaa baateef namoonni qachaa Samaariya'aa hedduun isaanii itti amanan.


Kanaaf gara qachaa Samaariyaa ta sikaar jedhamtuu dhufe, qachaan sunillee lafa Yaaqoob ilma isaa Yooseefii kennetti dhiyo'o.


Inni ammoo, «Isinuu waan nyaatan kenna'aaf» isaaniin jedhe. Isaan ammoo, «Deemnee gumii kana maraafuu yoo waan nyaatan binne malee, xoroshoo shanii fi qurxummii lamaa callaa qabna» jedhaniin.


Yesuusii fi darasoonni isaallee cidha sanitti waamamaniiran.


Dubartiin Samaariya'aa takka bisaan woraabbatu'uuf dhufte, Yesuus isi'iin, «Bisaan na obaas!» jedheen.


Hennaa darasoonni isaa deebi'anii dhufan; Yesuus dubartii woliin ka qaaqa'aaru arganii maalalfatan; haata'uu ammoo ka isi'iin «Maal barbaadda?» yookiin, «Maaf isii woliin qaaxxa?» namni isaan jedhe hin jiru.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite