Wongeela Yohaannis 4:53 - WAADAA LAMMATAA53 Abbaanillee, Yesuus, «Mucaan kee fayyeera» hennaan jedheen sa'aatii san akka ta'e qaabate. Kanaafuu innillee maatii ufii maraa woliin amane. Gade chapit laWaadaa Haarawa53 Abbaan'llee Yesus, «Ilmi kee lubbu'uun ni jiraata» ka jedhe yeroma sanitti akka ta'e ni beeke, kanaaf guyyaa sanii jalaqabee isaa fi maatiin isaa marrinuu, Yesusitti ni amanan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu53 Abbaanillee, Yesuus, «Mucaan kee fayyeera» hennaan jedheen sa'aatii san akka ta'e qaabate. Kanaafuu innillee maatii ufii maraa woliin amane. Gade chapit la |