Wongeela Yohaannis 4:51 - WAADAA LAMMATAA51 Innillee uduu gala'aaru hojjattoonni isaa isa arganii, daa'imni bee hin fayyee jedhanii itti himan. Gade chapit laWaadaa Haarawa51 Yoo deemu'llee tajaajilttoonni karaa irratti argataniinii, «Ilmi kee fayyee jira!» jedhanii, itti ni himan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu51 Innillee uduu gala'aaru hojjattoonni isaa isa arganii, «daa'imni bee hin fayyee» jedhanii itti himan. Gade chapit la |