Wongeela Yohaannis 4:45 - WAADAA LAMMATAA45 Haata'uu ammo hennaa inni Galiilaa gaye; worri Galiila'aa haala misha'aan isa simatan. Kunillee wonti ta'eef ayyaana Faasika'aatiif gara Yeruusaalemii dhaqanii hennaa achi turan san waan inni achitti godhe mara waan arganiiraniif. Gade chapit laWaadaa Haarawa45 Garuu gara Galiila'aa yeroo gayetti namoonni Galiila'aa haala misha'aan ufitti ni fudhataniin, kun'llee ka ta'e Ayyaana Faasiika'aatiif gara Yerusaalemii deemanii yeroo turetti, waan inni achitti raawwate mara, arganii jiran waan tureef. Gade chapit laKitaaba Woyyuu45 Haa ta'uu ammo hennaa inni Galiilaa gaye worri Galiila'aa haala misha'aan isa simatan. Kunillee wonti ta'eef ayyaana Faasika'aatiif gara Yerusaalemii dhaqanii hennaa achi turan san waan inni achitti godhe mara waan arganiiraniif. Gade chapit la |