Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:44 - WAADAA LAMMATAA

44 Inninuu, «Raanni biyya ufiititti akka hin kabajjamne» dubbateera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

44 Inni mataan isaa, «Nabiyyiin biyya mataa isaa titti hin kabajamu» jedhee, dubbatee ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

44 Inninuu, «Raanni biyya ufiititti akka hin kabajjamne» dubbateera.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:44
3 Referans Kwoze  

Lammaffaallee, «Ani dhugamaan isinitti hima, raattichi kamuu biyya ufiititti fudhatama hin qabu.


Kanaaf isaan isa tuffatan. Yesuus ammoo isaaniin, «Raanni tokko biyya biraatitti malee, biyya ufiitii fi mana ufii keessatti ulfinna hin argatu» jedhe.


Yesuusillee, «Raanni tokko biyya biraatitti malee, biyya ufii, fira ufiitii fi mana ufiititti hin kabajjamu» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite