Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:43 - WAADAA LAMMATAA

43 Guyyaa lamaan maayii, achii bayee gara Galiila'aa deeme.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

43 Yesus Samaariya'atti guyyaa lamaa eega tureen duubatti, gara Galiila'aa ni deeme.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

43 Guyyaa lamaan maayii achii bayee gara Galiila'aa deeme.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:43
8 Referans Kwoze  

Dubbii abdi'ii ka abboota keenna ittiin jabeessu'uuf kenne, akkasuma «Kanaaf worra Yihuudi hin taane jiddu'utti si galateeffadha. Maqaa keetiifillee hin faarfadha» jedhamee akkuma barreeffame, worri Yihuudi hin taane waan araara isaatiif Rabbiin akka kabajjan, Kiristoos waan dhugaa Rabbiitiif tajaajilaa gadoomu'uu ta'e jedha.


Namoonni Samaariya'aallee gara isaa hennaa dhufan, akka inni isaan woliin jiraatuuf kadhataniin. Innillee haga guyyaa lamaa achi oole.


Qachaa Naazireetii gadhiisee Zaabiloonii fi Niftaaleemiin keessaa gara biyya galaana biraa gara Qifirnaahoomii dhaqee achi taa'e.


Yesuus deebi'ee, gara Qaanaa Galiila'aa hulee bisaan gara daadhii woyinii itti jijjiiree san dhaqe. Qifirinaahomittillee bulchaa mana mooti'ii keessaa, ka mucaan isaa jalaa dhibame tokkotu jira.


Innillee firrisee obboleessa ufii Simooniin argee, «Kiristoosiin arganneerra» jedheen. Kiristoos jechuun, «Masihii» jechu'u.


Inninuu, «Raanni biyya ufiititti akka hin kabajjamne» dubbateera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite