Wongeela Yohaannis 4:42 - WAADAA LAMMATAA42 Isaanillee dubartii saniin, «Amma nu wonti isatti amannuuf, waan ati jetteefii miti, nu'uu waan isa dhageenneef, innillee dhugamaan Kiristoos qoricha adunya'aa akka ta'e hin beenna» jedhan. Gade chapit laWaadaa Haarawa42 Dubarttiin'llee, «Ammaa achitti isa ka amannuun dubbii ati nutti himtte qofaan uduu hin ta'in, nu mataan keennaa waan isa dheeeffannee fi dhugamaanuu inni Fayyisaa biyya lafaa akka ta'e waan beekinneef» isi'iin jedhan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu42 Isaan dubartii saniin, «Amma nu wonti isatti amannuuf, waan ati jetteefii miti; nu'uu waan isa dhageenneef; innillee dhugamaan Kiristoos qoricha adunya'aa akka ta'e hin beenna» jedhan. Gade chapit la |