Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:40 - WAADAA LAMMATAA

40 Namoonni Samaariya'aallee gara isaa hennaa dhufan, akka inni isaan woliin jiraatuuf kadhataniin. Innillee haga guyyaa lamaa achi oole.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

40 Kanaaf namoonni Samaariya'aa gara Yesusii yeroo dhufanitti, isa woliin akka turaniif ni kadhataniin, inni'llee guyyaa lamaaf achi ni ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

40 Namoonni Samaariya'aa hennaa gara isaa dhufan akka inni isaan woliin jiraatuuf kadhataniin. Innillee haga guyyaa lamaa achi oole.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:40
15 Referans Kwoze  

Kunoo ani balbala dhaabadhee dhadhaya; eennullee laagaa kiyya dhagayee balbala ufii yoo naa bane seenee isa woliin hurbaata nyaadha. Innillee na woliin nyaata.


Isiinillee maatii mana isi'ii woliin haga cuuphamteen maayii Goofta'aatti akka amanu yoo feetan gara mana kiyyaa seena'aatii jiraadhaa'a jettee nu kadhate.


Isaan, «Waan lafti galgalaayee dukkanaayeeruuf nu bira buli» jedhanii jabeessanii kadhataniin. Innillee isaan bira bulu'uuf seene.


Namichi jinniin keessaa baye sun Yesuusiin, «Si woliin jiraadha» jedhee isa kadhate.


Isiinillee obboleettii Maariyaam jedhamtu qabdi. Maariyaam ammoo dubbii isaa dhagayu'uuf luka Yesuusii jala teette.


Dubartittiin, «Ka waan ani godhe maraa natti hime» jettee waan ragaa isaa baateef namoonni qachaa Samaariya'aa hedduun isaanii itti amanan.


Sababa dubbii isaatiif namoonni hedduun ka duraa caalaa isatti amanan.


Guyyaa lamaan maayii, achii bayee gara Galiila'aa deeme.


Qachaa san keessatti gammachuu gudda'atu ta'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite