Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Karaa Samaariya'aatiin lufuun waan isa barbaachisuuf.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Garasi'llee yoo deemu karaa Samaariya'aatiin dabrruu qabu ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Hennaa achi dhaqu karaa Samaariya'aatiin lufuu waan isa barbaachisuuf.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:4
5 Referans Kwoze  

Yesuus gara Yeruusaaleemii hennaa deemu, Galiila'aa fi Samaariyaa jidduu lufe.


Yesuus deebisee, «Isin maaf na soxxan? Ani mana Abbaa kiyyaa keessa taa'uu akka na barbaachisu hin beettanii?» isaaniin jedhe.


Ayyaanni Faasika'aa ka hoolaan itti qalamu geennaan,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite