Wongeela Yohaannis 4:36 - WAADAA LAMMATAA36 Namni haamu gatii argata; ka facaasuu fi ka haamullee akka woliin gammadan jireenna bara baraatiifillee daraaraa wolitti qabata. Gade chapit laWaadaa Haarawa36 Ka haamu mindaa isaa ni fudhata, jireenna bara baraatiif firii ta'u'llee wolitti ni qaba, kanaaf ka facaasu'llee, ka haamu'llee, woliin ni gammadan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu36 Namni haamu gatii argata; ka facaasuu fi ka haamullee akka woliin gammadan; jeennataafillee daraaraa wolitti qabata. Gade chapit la |