Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:32 - WAADAA LAMMATAA

32 «Ani waan nyaadhu ka isin hin beenne qaba» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

32 Inni garuu, «Isin ka hin beekinne ani ka nyaadhu nyaata ni qaba» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

32 «Ani waan nyaadhu ka isin hin beenne qaba» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:32
13 Referans Kwoze  

Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Nyaanni kiyya, fedha ka na ergee raawwachu'uu fi hojii isaa fixu'u.


«Waan ayyaanni woldoota Kiristaanaatiin jedhu ka gurra qabu haa dhagayuu; nama mooyatee nyaata sami'ii ka dhokate keessaa kennaaf; dhagaa adii ka maqaan haarofni irratti barreeffame nama fudhatu san malee ka eennullee hin beenne kennaaf.


Akkanuma dadhaba'aati dhibamtoota akka gargaartan, inninuu ka fudhatu caalaa ka kennutu ka eebbifame akkuma jedhe, dubbii Gooftaa Yesuusii kana akka qaabattan waan barbaachisuuf maraa isinitti mudhiseera.


Uduu kun ta'aa jiru darasoonni isaa, «Barsiisaa'a, mee waa nyaadhu!» jedhanii kadhataniin.


Kanaaf darasoonni, «Waan nyaatu namni woyii fideefii jiraatinnaa?» woliin jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite