Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:26 - WAADAA LAMMATAA

26 Yesuus deebisee, «Ka amma si woliin qaaqa'aaru Ani isaa bee» isi'iin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

26 Yesus'llee, «Kunoo! Ani ka ammaa si haasofsiisa'aa jiru isa» ni jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

26 Yesuus deebisee, «Ka amma si woliin qaaqa'aaru Ani isaa bee» isi'iin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:26
10 Referans Kwoze  

Eegasuu, «Isin cubbuu keessaniin duutan isiniin jedha. Ani akka ‹Ana› ta'e yoo amanuu dhabatan cubbuu keessaniin duutan» isaaniin jedhe.


Worra maayessaa keessaa worri dura ta'an, worra duraa keessaallee ka maayessa ta'u hin jira».


Yookiin ati waan ani arjoomeef hinaaftaa?› jedhe.


Achiin maayii Yesuus Kiristoosiin akka ta'e eennuttillee akka hin himne, darasoota ufii jabeessee seere.


Kanaaf Yesuus, «Hennaa Ilma Namaa ol ol qabdan, akka ani isa ta'e akka Abbaan kiyya na barsiisee kana akka dubbadhuuf malee, ani ufumaan waan tokkollee akka hin goone hennaa san beettan.


Hennaa wonti sun ta'e ana akka ta'e akka amantaniif ammaa jalqabee firrisee uduu hin taane isinitti hima.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite