Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:24 - WAADAA LAMMATAA

24 Rabbi Ayyaana, worri Isaa sagadanillee Dhuga'aa fi Ayyaanaan sagadu'utu isaan barbaachisa » jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

24 Waaqinni Hafuura, worri isaa sagadan'llee Hafuuraa fi dhuga'aan, isaa sagaduun isaaniin irra ni mala.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

24 Rabbi Ayyaana, worri Isaa sagadanillee dhuga'aa fi Ayyaanaan sagadu'utu isaan barbaachisa » jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:24
13 Referans Kwoze  

Hulee Ayyaanni Goofta'aa jiru, wolabumma'atu jira.


Nu worri Ayyaanaan Rabbiin kaddaamnu, ka Kiristoos Yesuusiin dhaadannu nu worra waan foonii hin hedanne worra gadoomne waan taaneef.


Ka ufumatti Waaqa ta'e, ka hin bannee fi hin mudhanne, mootii bara baraatiif galanninii fi ulfinni baraa haga baraa haata'u! Amiin.


Eeganaa wonti nu ittiin uf janyu kana waan ta'eef, ogummaa fooniitiinii miti. Badhaadhummaa Rabbiitiin malee. Woyyummaa Rabbiitii fi qajeellummaa adunyaa tanaa caalla'atti isin bira akka jiraanne sammuun keenna raga'a.


Haata'uu ammoo worri dhuga'aan sagadan hennaan Aabba'aaf Ayyaana dhuga'aatiin sagadan hin dhufa. Amumaa ta'eera. Abbaan akka isaa sagadaniif worra akkanaa kanniin waan barbaaduuf.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite