Wongeela Yohaannis 4:2 - WAADAA LAMMATAA2-3 Yihuudaa dhiisee gara Galiila'aa deebi'e. Haata'uu ammoo, darasoota isaatituu cuupha'aa ture malee Yesuus ufii hin cuuphne. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Ta'u'llee ni cuuphan ka turan barattoota isaati malee, inni mataan isaa hin cuuphu ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2-3 Yihuudaa dhiisee gara Galiila'aa deebi'e. Haa ta'uu ammo, darasoota isaatituu cuupha'aa ture malee Yesuus ufii hin cuuphne. Gade chapit la |