Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Dubartittiin, «Gooftaa kiyya, akka ati raagaa taate arga.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Dubarttiin'llee akkana jetteen, «Yaa Gooftaa! akka ati nabiyyii taate amma beekee jira,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Dubartittiin, «Gooftaa kiyya! akka ati raagaa taate arga.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:19
14 Referans Kwoze  

Sababa Kanaaf namoonni maalalee Yesuus godhe haga arganiin maayii, «Kun dhugama raaga gara adunyaa kanaa dhufe!» jedhan.


Fariisichi isa hurbaataa nyaachisu'uuf waamellee argeet namichi kun uduu raaga ta'ee ta luka isaa qaqqabdu tun maal akka taate attamitti akka turtellee hin beeka ture. Isiin cubbamtu'u jedhee garaa ufiititti yaade.


Sababaa kanaaf namicha ballaa sanniin, «Ati waan namicha ija tee banee maal jetta?» jedhaniin. Innillee, «Raatticha» isaaniin jedhe.


Maruu sodaatanii, edduu keennatti raanni guddaan ka'eera. Rabbillee banii ufii tooyateera jedha'aa Rabbiin galatoonfatan.


Kanaafuu banii keessaa namoonni hedduu dubbii kana haga dhagayan, «Inni dhugamaan raaga» jedhan.


Gumiin isa woliin deema'aaran, «Kun Yesuusii raatticha qachaa Naazireetii ka lafa Galiila'aa keessatti argamuu dhufe» jedhan.


Innillee, «Maal inni?» jedhee gaafate. Isaannillee akkana jedhaniin, «Waan Yesuusii nama Naazireetii, ka huji'ii fi dubbi'iin Rabbii fi gumii maraa biratti raagaa jabaa,


Namootaan, «Kootta'aatii nama waan ani godhe maraa natti hime laalaa'a. Ani hin beeku inni Kiristoosiin ta'innaa laata?» Jette.


Ati abbaa manaa shan waan qabduuf, ammumaa ka si woliin jirullee abbaa manaa keetii miti. Kanaaf dhugaa dubbatte» isi'iin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite