Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:17 - WAADAA LAMMATAA

17 Dubartittiin ammoo deebiftee, «Ani abbaa manaa hin qabu» jetteen. « ‹Abbaa manaa hin qabu› jechuun kee dhuga'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

17 Dubarttiin'llee, «Abbaa worraa hin qabu» jechu'uun ni deebifitte, yeroo kanatti Yesus akkana isi'iin jedhe, «Abbaa worraa hin qabu jechuun kee sirri'i,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

17 Dubartittiin ammo deebiftee, «Ani abbaa manaa hin qabu» jetteen. Hennaa kana Yesuus akkana jedheen, « ‹Abbaa manaa hin qabu› jechuun kee dhuga'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:17
4 Referans Kwoze  

Yesuus, «Deemiitii, abbaa manaa kee waamii koottu» isi'iin jedhe.


Ati abbaa manaa shan waan qabduuf, ammumaa ka si woliin jirullee abbaa manaa keetii miti. Kanaaf dhugaa dubbatte» isi'iin jedhe.


Namootaan, «Kootta'aatii nama waan ani godhe maraa natti hime laalaa'a. Ani hin beeku inni Kiristoosiin ta'innaa laata?» Jette.


Sun dhugaa'a; isaan amanuu dhabuu isaaniitiin caban; atillee sababaa amantaa keetiitiin dhaabatteerta; sodaadhu malee, waan uf jaju'uu hin yaadin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite