Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Yesuus, «Deemiitii, abbaa manaa kee waamii koottu» isi'iin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Yesus'llee, «Deemiitii abbaa worraa kee waamiitii deebi'i!» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Yesuus, «Deemii abbaa manaa kee waamii koottu» isi'iin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:16
9 Referans Kwoze  

Isa nu tooyatu afo'otti wonti maruu qulla'aa fi addaata'a, isa afo'otti uumamni dhokate hin jiru.


Ijoollee isi'iillee hin ajjeesa. Woldoonni Kiristaanaa maruu akka ani gara'aa fi qalbii qoruu hin beekan. Anillee isin maraafuu akkuma hujii keessaniititti isinii kenna.


Sadaffa'aaf, «Ilma Yoona'aa Simoon, na jaalattaa?» jedheen. Sadaffaa na jaalattaa? jennaniin Pheexroos gaddee, «Gooftaa kiyya! Ati waa maraa beetta; akka si jaaladhullee atuu hin beetta» jedheen. Yesuusillee, «Hoolota tiyya bobbaasi»


Ati abbaa manaa shan waan qabduuf, ammumaa ka si woliin jirullee abbaa manaa keetii miti. Kanaaf dhugaa dubbatte» isi'iin jedhe.


Innillee firrisee obboleessa ufii Simooniin argee, «Kiristoosiin arganneerra» jedheen. Kiristoos jechuun, «Masihii» jechu'u.


Dubartittiinillee, «Gooftaa kiyya, deebi'ee akka hin dheebonnee fi bisaanillee woraabu'uuf akka as hin deebine bisaan kana naa kenni» jetteen.


Dubartittiin ammoo deebiftee, «Ani abbaa manaa hin qabu» jetteen. « ‹Abbaa manaa hin qabu› jechuun kee dhuga'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite