Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Dubartittiinillee, «Gooftaa kiyya, deebi'ee akka hin dheebonnee fi bisaanillee woraabu'uuf akka as hin deebine bisaan kana naa kenni» jetteen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Dubarttiin'llee, «Yaa Gooftaa! Ammaa achitti bishaan akka hin dheebonnee fi garana'llee woraabu'uuf akka hin dhufinne yabo'oo bishaan akka kana naaf kenni» jetteen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Dubartittiinillee, «Gooftaa kiyya! akka deebi'ee hin dheebonnee fi bisaanillee woraabu'uuf akka as hin deebine bisaan kana naa kenni» jetteen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:15
11 Referans Kwoze  

Kanaafuu, «Gooftaa'a, nyaata kana hennaa maraa nuu kenni» jedhaniin.


Akka fedha fooniititti worri jiraatan waan foonii yaadan; akka fedha Ayyaanaatitti worri jiraatan ammoo waan Ayyaanaa yaadan.


Gatiin cubbu'uu du'a waan ta'eef, kennaan badhaadhummaa Rabbii ammoo karaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin jiruu bara baraa ti.


Yesuus deebisee, «Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, wonti na barbaaddaniif waan buddeena nyaattanii quuftaniif malee, maalalee waan argitaniifii miti.


Ilmi Rabbii akka dhufeef waan dhugaa ta'e akka beennuuf hubannaa akka nuuf kenne hin beenna. Nullee Rabbii dhuga'aatii fi ilma isaa Yesuus Kiristoosiin keessa jira. Inni Waaqa dhuga'aatii fi jireenna bara baraati.


Isin waan argatan san hawwii foon keessanii guutachu'uuf jettanii dharaan waan kadhataniif hin argattan.


Nama akka umameen jiruu, wonti Ayyaana Rabbii waan gowwummaa ta'eef hin fudhatu; dubbiin Ayyaanaa waan Ayyaana Rabbiitiin qoramuuf namni foonii beeku hin danda'u.


Yesuus, «Deemiitii, abbaa manaa kee waamii koottu» isi'iin jedhe.


Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Xoroshoon jireennaa Ana; ka gara kiyya dhufu horomaa hin beelawu, kanatti amanu hennaa maraa horomaa hin dheebotu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite