Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Ati horomaa abbaa keenna Yaaqoobiin ka boolla bisaanii kana nuu kenne, ka inninii fi ijoolleen isaa, horiin isaa maruu bisaan kana irraa dhugan caaltaa?» jetteen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Ati boolla kana ka nu'uuf kenne abbaa keenna Yaaqoobiin ni caaltta moo? Isaa fi ijoolleen isaa, horiin isaa'llee boolla kana keessaa dhuganii jiran.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Ati horomaa abbaa keenna Yaaqoobiin ka boolla bisaanii kana nuu kenne, ka inninii fi ijoolleen isaa, horiin isaa maruu bisaan kana irraa dhugan caaltaa?» jetteen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:12
8 Referans Kwoze  

Namni mana ijaaru mana ufii caalaa ulfinna caalu akkuma qabu, akkasuma inni Muusee caalaa ka ulfinna guddaa qabu ta'ee argameera.


Bisaan boolla Yaaqoobiititu achi ture. Yesuusillee waan deema'aa oolee dadhabeef boolla bisaan sanii bira taa'e, hennaan sunillee guyyaa keessaa gara sa'aatii jahaati.


Mootittiin Azeeb guyyaa murti'ii san dhaloota kanniin woliin kaatee itti murteessiti. Ogummaa Solomoonii dhagayu'uuf daangaa lafaatii kaatee waan dhufteef, Kunoo ka Solomooniin caalu as jira.»


Sirimaa ati abbaa keenna ka du'e Abrahaamiin caaltaa? Raattoonillee du'aniiran. Eennuun ta'u'uuf taata ree?» jedhaniin.


Kanaaf gara qachaa Samaariyaa ta sikaar jedhamtuu dhufe, qachaan sunillee lafa Yaaqoob ilma isaa Yooseefii kennetti dhiyo'o.


Yesuus deebisee, «Ka bisaan kana irraa dhugu maruu deebi'ee dheebota;


Abbootiin teenna gaara kanatti sagadan. Isin ammoo Yihuudonni namni ka itti sagadu barbaachisu Yeruusaleemitti jettan» jetteen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite