Wongeela Yohaannis 4:11 - WAADAA LAMMATAA11 Dubartittiin sunillee akkana jetteen, «Gooftaa kiyya, ati waan woraabbattuun hin qabdu; boollillee gad fago'o, eegasuu bisaan jireennaa kana eessaa argatta ree? Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Isiin'llee akkana jechu'uun ni deebifitte, «Yaa Gooftaa! Ati waan woraabdduun hin qabddu, boollitti'llee gad fago'o, eegaa, bishaan jireennaa eessaa argatta ree? Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Dubartittiin sunillee akkana jetteen, «Gooftaa'a! ati waan woraabbattuun hin qabdu; boollillee gad fago'o; eegasuu bisaan jireennaa kana eessaa argatta ree? Gade chapit la |