Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 3:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Niqoodimoosillee deebisee kun attamitti ta'uu danda'a? jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Niqoodemos'llee, «Kun attamitti ta'u'uuf danda'aa?» jechu'uun, ni gaafateen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Niqoodimoosillee deebisee, «Kun attamitti ta'uu danda'a?» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 3:9
9 Referans Kwoze  

Darasoota keessaa hedduun isaanii hennaa kana dhagayan, «Kun dubbii nama dhiphisuu, eentu isa dhagayu danda'a?» jedhan.


Eeganaa Yihuudonni, «Namni kun attamitti foon isaa haa nyaannu'uuf nuu kennuu danda'a?» jedhanii wol morman.


Maariyaamillee Maleekka'aan, «Ani durba duudaa waan ta'eef, kun attamitti ta'a?» jetteen.


Niqoodimoosillee namni haga jaareen maayessa deebi'ee attamitti dhalatuu danda'a? lammata hormaata haadhaatitti deebi'ee dhalatuu danda'aa? jedheen.


Bubbeen gara fedhetti bubbisa atillee huursaa isaa dhageetta malee, eessaa akka dhufee fi eessa akka deemullee hin beettu. Namni Ayyaana irraa dhalate maruu akkasuma.»


Yesuusillee deebisee akkana jedhe, «Ati barsiisaa Israa'eelii taatee kana hin beettuu?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite