Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 3:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Bubbeen gara fedhetti bubbisa atillee huursaa isaa dhageetta malee, eessaa akka dhufee fi eessa akka deemullee hin beettu. Namni Ayyaana irraa dhalate maruu akkasuma.»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Bubbeen gara kallattii barbaadde ni bubbisa, qooniqqa isaa'llee ni dhageetta, garuu eessaa akka dhufuu fi garam'llee akka deemuu hin beekittu, ka Hafuuraa irraa dhalate marrinuu akkuma kana.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Bubbeen gara fedhe bubbisa; ati huursaa isaa dhageetta malee, eessaa akka dhufee fi eessa akka deemu hin beettu. Namni Ayyaana irraa dhalate maruu akkasuma.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 3:8
21 Referans Kwoze  

Waan nama tokko keessa jiru, Ayyaana isa keessa jiru san malee, ka biraa ka beeku eennu? Akkasuma ammoo Ayyaana Rabbii malee, ka Rabbiin beeku eennullee hin jiru.


Dimmaa akka bubbee lafaa ol nama butuutitti samii irraa laagaan dhufee mana keessa taa'anii jiran san maraa guute.


Akka inni qajeelaa ta'e yoo beettan, namni qajeellummaa hojjatu maruu akka isarraa dhalate beekaa'a.


Haga faateeffataniin maayii huleen isaan itti wolgayanii turan sun hin socho'e. Isaan marattuu Ayyaana Woyyuu guute, dubbii Rabbiillee addaataa dubbatan.


Kana maraa ammoo Ayyaanni tokko sun akka fedha ufiititti qooda'aa hojjata.


Isaanillee Rabbiin irraa dhalatan malee; dhiiga yookiin fedha foonii yookiin fedha dhiiraa irraa hin dhalanne.


Waan ani lammaffaa dhalachuu isin barbaachisa jedheef hin maalalfatin.


Niqoodimoosillee deebisee kun attamitti ta'uu danda'a? jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite