Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 3:26 - WAADAA LAMMATAA

26 Isaanillee gara Yohaannisii dhufanii, «Barsiisaa'a, namichi Yoordaanosiin gamatti si woliin jiru, ka ati waan isaa ragaa baateef sun cuupha'aa waan jiruuf, namni maruu gara isaa dhaqa'aara!» jedhanii itti himan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

26 Barattoonni Yohaannisii'llee gara Yohaannisii dhiyaatanii, «Yaa barsiisaa, Laga Yoordaanosiitiin gamatti ka si woliin turee fi ka ati waayee isaatiif ragaa baateef, kunnoo, inni'llee ni cuupha, namoonni marri'llee gara isaa ni deeman» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

26 Isaan gara Yohaannisii dhufanii, «Barsiisaa'a! namichi Yoordaanosiin gamatti si woliin jiru, ka ati waan isaa ragaa baateef sun waan cuupha'aa jiruuf namni maruu gara isaa dhaqa'aara!» jedhanii itti himan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 3:26
23 Referans Kwoze  

Martinuu karaa isaatiin akka amananiif; waan ifaa ragu'uuf dhufe.


Kanaaf Fariisonni, «Waan tokkollee godhuu akka hin danda'amne argitanii? Kunoo adunyaan isa faanaa ka'anii deema'aaran!» woliin jedhan.


Akkanatti yoo dhiifne martinuu isatti amanan. Worri Rooma'aa dhufanii biyya teennaaf banii keenna fudhatan» jedhan.


Yohaannis waan isaa ragee laagaa isaa ol fudhatee akkana jedhe. Kana maayessaan dhufu inni waan na dura tureef. Inni na caalaa kabajjamaa ta'eera. Wonti isaa ka ani jedhellee kana.


Innillee halkaniin gara Yesuusii dhufee, «Barsiisaa'a, yoo Rabbi isa woliin ta'e malee, maalalee ati hojjattu kanniin ka hojjatuu danda'u waan hin jirreef, barsiisaa taatee Rabbiin biraa akka dhufte hin beenna» jedheen.


Ifni dhuga'aa ka nama maraafuu ifu gara adunyaa tanaa dhufa'aa ture.


Hulee gabaya'aatitti nagaya ulfinnaa akka isaan gaafatanii fi gumiin ‹Barsiisaa'a› jedhanii akka isaan waaman jaalatan.


Isin barsiisaa tokko waan qabdanii fi isin martinuu obboleeyyan waan taataniif, ‹Barsiisaa'a› jedhamtanii hin waamaminaa'a.


Fariisonni Yesuus Yohaannisiin caalaa'a, darasoota akka eda'atee fi akka cuuphaaru akka dhagayan Yesuus haga beeke,


Yihuudaa dhiisee gara Galiila'aa deebi'e. Haata'uu ammoo, darasoota isaatituu cuupha'aa ture malee Yesuus ufii hin cuuphne.


Uduu kun ta'aa jiru darasoonni isaa, «Barsiisaa'a, mee waa nyaadhu!» jedhanii kadhataniin.


Isin gara Yohaannisii namoota ergitaniirtan innillee dhuga'aaf rageera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite