Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 3:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Kanaafuu darasoota Yohaanisiitiif Yihuudota jiddu'utti waan qulqullumma'aatiif mormiin ka'e.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Yeroo sanitti barattoota Yohaannisiitii fi Yihudotaa jidduu waayee seera qulqullaayu'uu irratti mormmiin ni ka'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Kanaafuu darasoota Yohaannisiitii fi Yihuudota jiddu'utti waan qulqullumma'aatiif mormiin ka'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 3:25
9 Referans Kwoze  

Yihuudonni aadaa ufi qulqulleessu'uu waan qabaniif, gaanii dhaga'aa jaha achii qaban. Gaaniin martinuu waabaa lama yookiin sadi qabata.


Akka isin cubbuu irraa deebitan mudhisu'uuf ani bisaaniin isin cuupha, ka na maayessa dhufa'aaru ammoo Ayyaana Woyyu'uu fi ibiddaan isin cuupha. Inni guddisee na caala; ani kophee isaatuu harkaan qabu'uuf nama male miti.


Bisaan kun fakkeenna cuupha'aa ta'ee amma nu fayyisa. Cuuphaan kunillee cuuphaa xurii nafaa dhiqachu'uu uduu hin taane waadaa namni yaada qulqullu'uun Rabbiin kadhatu. Kunillee du'aa ka'iinsa Yesuus Kiristoosii ti.


Eeganaa kunniin ka fakkeenna waan sami'ii ta'an martinuu waan kana mara caaluun qulqullaayuu isaan barbaachisa. Wonti samii jiru ammoo, ufiifuu ciincaa kana caaluun qulqulleeffamuun giddi'i.


Isin ajaja Rabbii dhiiftanii xuwwe'ee fi ottee dhiqu'uun seera namaa eeddan. Kanaaf waan kana fakkaatu waan biraallee waan heddu gootan» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite